Erga Tiraampi deeggarsa USAID kennu addaan kutanii kanneen deeggasra kana irratti hirkatan miliyoonotaan lakkaa'aman Afrikaa ...
Waldaan Kubba Miilaa Ingilizii jeequmsa Roobii darbe xumura tapha kileboota lamaanii irratti uumame hordofee Evertan, Liiverpuulii fi leenjisaa isaa Arnee Isloot irratti himata bane.